Matthew 21:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin isa woliin ideentu, “Kun Yesuusii raagicha qachaa Naaziretii ka lafa Galiila'aa keessatti dhaggamuu dhufe” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini taani waan jette, Inni raaga Yeso jed'ani, ka Nazareti Galilaya keesaa d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin taan, “Innii raaga Yesus jedhan ka Naazireetii Galiilaa keessaa dhufe” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee, «Kun ardii Galiila'aa titti ka argamittu, Magaalaa Nazireetiitii ka dhufe Yesusii» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin isa woliin ideentu, «Kun Yesuusii raagicha qachaa Naaziretii ka lafa Galiila'aa keessatti dhaggamuu dhufe» jette.