Matthew 21:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“‘Manni kiyya mana daadimataa jedhamee hin waamama’ jedhanttee barreeffanteerti; isin ammoo goda saantu'uu gootane” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, T'aafi keesati waan Waaqi jed'e, Mana kiyya mana kad'acha jed'aniini, ammo isani goda hattu tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Barreesii qulqulloo keessatti, ‘Mana kiyya mana kadhaa’ jedhanii yaaman; isan ammoo goda hattuu tolchitan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Manni kiyya ‹mana Rabbiin itti kadhatan jedhama› jedhamee barreeffameera; isin ammo goda shiftootaa gootan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Manni kiyya mana itti faateffatan jedhama jedhamee barreeffameera; isin ammoo goda shiftootaa gootan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
« ‹Manni kiyya mana kadhanna'aa ni jedhama› isin garuu goda saamittotaa, ni taasfttan!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Manni kiyya mana daadimataa jedhamee hin waamama› jedhantee barreeffanteerti; isin ammoo goda saantu'uu gootane» isaaniin jedhe.