Matthew 21:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaan lakkisee, qachaa keessaa bayee, ollaa Bitaaniyaa jedhamuu dhaqee achi bule.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni worra biraa deeme, Bethania d'aqe achi bule.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warra biraa deemee, Bitaaniyaa dhaqee achi bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara qachaa Biitaaniya'aa deemee achi bule.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa gara qachaa Biitaaniya'aa deemee achi bule.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan dhiisee'llee magaala'aa bayee, gara ganda Bitaaniyaa jedhamttuu ni deeme, achi'llee ni bule.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaan lakkisee, qachaa keessaa bayee, ollaa Bitaaniyaa jedhamuu dhaqee achi bule.