Matthew 21:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Gara ollaa isiniin dura jiruu dhaqa'a, yoosuma harree hidhanteertu takka, ta ilmayyoo woliin jirtu hin dhaggitan; hiika'aatii naa fida'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Olla nu dura suni d'aqa, harre bukhura isii woliini mukhati hid'ani gartani. Hiikha, natiini koota jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ollaa nu duraa sun dhaqaa, harree bukura isii waliin mukatti hidhan gartanii, hiikaa nattiin koottaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara ganda isin afoo jirtuu dhaqaa'a; achitti harree ilmoo woliin hidhamteertu takka hin argitan; hiika'aa naa fidaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gara ganda isin afoo jirtuu dhaqaa'a, achitti harree ilmoo woliin hidhamteertu takka hin argitan; hiika'aa naa fidaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gara ganda isiniin duranatti jiruu deemaa, achitti'llee harree hidhamtte takka ilmmayyoo isi'ii woliin bakkumatti ni argattan, hiika'aatii naa fidaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara ollaa isiniin dura jiruu dhaqa'a, yoosuma harree hidhanteertu takka, ta ilmayyoo woliin jirtu hin dhaggitan; hiika'aatii naa fida'a.