Matthew 21:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti yennaa muka harru'uu san dhaggane, baaseffatanee, “Yoosuma muki harru'uu attam goge?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan kana arge jennaani mame, Odaani eesa akana hurrise gogoge? jed'ani wolgaafatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa waan kana argee jennaan mamee, “Odaan eessaa akkana hurrisee goggoge?” jedhanii walgaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaallee kana arganii attamitti yoosuu godde? jedhanii maalalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaallee kana arganii attamitti yoosuu godde? jedhanii maalalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee kana yeroo arganitti, «Mukattiin harbbu'uu tun yeroo tokkoon attamitti godde!» jechu'uun, ni baaseffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti yennaa muka harru'uu san dhaggane, baaseffatanee, «Yoosuma muki harru'uu attam goge?» jedhane.