Matthew 21:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffanna'aan dadimattanee waan gaafattanu mara, hin fudhattan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo d'ugefattani waan kad'attani ch'ufa inargattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo dhugeeffattan waan kadhattan cufa inargattan” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Amanti'iin Rabbiin kadhattan waan Rabbiin kadhattaniif san maraa hin argattan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amanta'aan yoo faateffattan waan faateffattaniif san maraa hin argattan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantanii kadhanna'aan waan kahattan maraa, ni argattan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffanna'aan daadimattanee waan gaafattanu mara, hin fudhattan» isaaniin jedhe.