Matthew 21:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan deebisanee, “Nuuti hin beennu” Yesuusiin jedhane. Yesuusille, “Baallii maaniitiin waan kana akka godhu anille isinitti hin himu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri waan Yesoni jed'e, Nu imbeennu. Inni waan worraani jed'e, Yoosi, anileeni jabeenna waan kanaani tolchu isaniti inhimu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii Yesusiin, “Nu hinbeennu” jedhe. Inniilleen warraan, “Yoos anilleen jabeenna waan kanaan tolchu isanitti hinhimu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre isaan deebisanii, Yesuusiin, «Nu hin beennu» jedhan. Yesuusillee, «Baallii maali'iitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre isaan deebisanii, Yesuusiin, «Nu hin beennu» jedhan. Yesuusillee, «Baallii maali'iitiin waan kana akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Hin beekinnu!» jechu'uun, Yesusii ni deebisan. Inni'llee, «Eegasuu ani'llee aangoo maali'iitiin kana mara akka raawwadhu, isinitti hin himu!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan deebisanee, «Nuuti hin beennu» Yesuusiin jedhane. Yesuusille, «Baallii maaniitiin waan kana akka godhu anille isinitti hin himu» isaaniin jedhe.