Matthew 21:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle yoo waan tokko isiniin jedhe, ‘Gootta'atti isaan barbaada, inni adoo hin turin hin deebisa’ jedha'aan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami tokoleeni woi jed'e, waan jettaniini, Motichati fed'a jed'a, inni hurrise erga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii tokkoolleen wa isaniin jedhee, ‘Mootichaatti barbaada’ jedhaa, innii hurriseetti ergaa!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee yoo waa isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin deebisa› jedhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee yoo waa isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada, inni uduu hin turin deebisa› jedhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee waan tokko yoo isiniin jedhe ‹Gooftaan waan isaan barbaaduuf› jedhaanii, Inni'llee harriin bakkumatti isaan ni erga.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle yoo waan tokko isiniin jedhe, ‹Gootta'atti isaan barbaada, inni adoo hin turin hin deebisa› jedha'aan» isaaniin jedhe.