Matthew 21:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qonnaan bultooti ammoo yennaa ilma san dhaggane, ‘Ka dhaalu kana; koya'a, isa ijjeennee dhaala isaa fudhannaa’ woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri oobru qorqoratu kaani ilma arginaani waan woliini jed'e, Ilmi abba oobru kana, koota inijeemna; duuba d'aala ch'ufa imfud'anna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii oobruu qorqoraatu kaan ammoo ilma arginaan, ‘Ilmii abbaa oobruu kanaa koottaa in ijjeemnaa, duuba dhaala cufa infudhanaa’ Waliin jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonnaan bultoonni sunniin ammo, Ilma isaa hennaa argan, ‹Ka dhaalu kanaa; koottaa, isa ajjeefnee lafa fudhannaa.› woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qonnaan bultoonni sun ammoo, Ilma isaa hennaa argan, ‹Ka dhaalu kanaa; koottaa, isa ajjeefnee ristii fudhannaa.› woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qotee bulttoonni garuu ilma isaa yeroo arganitti, ‹kun ammoo dhaalaa isaati, kootaa isa ajjeefinneeti, qabiyyee isaa nu'u haa dhaalluunii!› woliin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qonnaan bultooti ammoo yennaa ilma san dhaggane, ‹Ka dhaalu kana; kowa'a, isa ijjeennee dhaala isaa fudhannaa› woliin jedhane.