Matthew 21:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan isa qabanee, addee woyni'iitii alatti darbanee baasanee ijjeesane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isa qabani, oobru keesaa baasani ijeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba isa qabanii, oobruu keessaa baasanii ijjeesan.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Ilma isaa qabanii biqiltuu woyini'ii keessaa baasanii ajjeesan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan Ilma isaa qabanii, biqiltuu woyini'ii keessaa baasanii ajjeesan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma isaa'llee qabanii bakka biqilttuu woyinni'iitiin alaa, fidaniiniiti ni ajjeesaniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan isa qabanee, addee woyni'iitii alatti darbanee baasanee ijjeesane.