Matthew 21:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma abbaan addee woyni'ii yennaa dhufe, qonnaan bultoota san maan godhinna laati?” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Abbaani oobru, yo d'ufu, maani worra oobru qorqoratu kana tolcha seetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Tanaaf abbaan oobruu, yo dhufu, maan warra oobruu qorqoraatu kana tolcha seetan?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu abbaan biqiltuu woyini'ii sun hennaa dhufe qonnaan bultoota san waan maal godhu seetan?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Abbaan biqiltuu woyinii sanii hennaa dhufe, qonnaan bultoota san waan maal godhu seetan?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Eegaa, abbaan biqilttuu woyinni'ii yeroo dhufetti, qotee bulttoota kanniin irratti maal ka raawwatu isinitti fakkaata?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma abbaan addee woyni'ii yennaa dhufe, qonnaan bultoota san maan godhinna laati?» isaaniin jedhe.