Matthew 21:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan deebisanee, “Inni worra hamaaleyyii san du'a farraamettii hin ijjeesa. Addee woyni'iille qonnaan bultoota worra yennaa midhaan woyni'ii guuramu qooda isaaf kennuuf kireessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Inni d'uguma worra daba suni fit'eti, oobru nama d'ibiti kenna, ka qooda mid'aani yo hojjaani geete, isaa kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Innii dhugumaa warra dabaa sun fixeetti, oobruu nama dhibiitti kenna, ka yo fulaan qooda midhaanii, geette isaa kennu” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan deebisanii, «Inni worra hammeeyyii hammeenna isaaniitiin isaan ajjeesa. Biqiltuu woyini'ii kana, qonnaan bultoota biraa ka hennama henna'aan yoo midhaan gaye isaa fidaniifiititti kenna.» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan deebisanii, «Inni worra hamoota hammeenna isaaniitiin isaan ajjeesa. Biqiltuu woyini'ii kana, qonnaan bultoota biraa hennama henna'aan yoo midhaan gaye isaa fidaniifiititti kenna.» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Raawwiin namoota hamaaleyyii kanniinii ka hammaate ni taasisa. Bakka biqilttuu woyinni'llee worra callaa yeroon isaaf kennan, qotee bulttoota bira'aatiif ni kireessa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Inni worra hamaaleyyii san du'a farraamettii hin ijjeesa. Addee woyni'iille qonnaan bultoota worra yennaa midhaan woyni'ii guuramu qooda isaaf kennuuf kireessa» jedhane.