Matthew 21:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Tanaaf, ani isinitti hima, mootummaan Waaqaa isin irraa fuudhantee kolbaa midhaan buuttuuf hin kennanti. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini isaniti hima, Finna Waaqa isani iraa fuud'ani worra mid'aani dansa baasuuti kennani. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin isanitti himaa, “Mootummaa Waaqaa isan irraa fuudhaniitti warra midhaan dansaa baasuutti kennaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaaf akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee banii daraaraa godhatuuf kennamti. [
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Kanaaf, akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee, banii daraaraa godhatuuf kennamti. [
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Akkana isiniin ni jedha, Mootummaan Waaqaa isin irraa fudhatamittee, ummata firii daraararuuf ni kennamtti. [
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, ani isinitti hima, mootummaan Waaqaa isin irraa fuudhantee kolbaa midhaan buuttuuf hin kennanti. [