Matthew 21:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami dhakaa kana irratti jigu hin caccaba; Nami dhakaan kun irratti jigu ammoo hin bututa.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'akha kana gubbati jigu imbututa; yo d'akhaani nama gubba buele nama butucha.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dhakaa kana gubbaatti jige inbututa, dhakaalleen yo nama gubbaa bu'e nama butucha” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dhagaa kana irratti kufu hin caccaba. Namni dhagaan kun irratti kufe maruu hin bututa.]»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dhakaa kana irratti kufu hin caccaba. Namni dhakaan kun irratti kufe maruu hin bututa.]»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka dhagaa kana irratti kufu ni caba, naminni dhagaan isa irratti kufe garuu, ni bullaaya.»]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dhakaa kana irratti jigu hin caccaba; Nami dhakaan kun irratti jigu ammoo hin bututa» isaaniin jedhe.]