Matthew 21:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Moototi hayyootaatii fi Fariisaayoti yennaa mammaassa isaa dhage'ane, akka inni marroo isaanii dubbatiisatti jiru beekane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalole gugurdofi Farisayooni mammaasa Yeso d'ageennaani, aka inni waan worra dubbatu hubatani;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaallolee gugurdoo fi Fariisootii mammaassa Yesus dhageennaan, akka innii waan warraa dubbate hubattee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonni hennaa mammaaka dhagayan, akka inni waan isaanii dubbata'aaru hubatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonni hennaa mammaaka dhagayan, akka inni waan isaanii dubbata'aaru hubatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni qeesotaatii fi Farisoonni fakkeennota kanniin yeroo dhagayanitti, Yesusii ka dubbatte waayee isaaniitiif ta'uu, ni hubatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyii hayyootaatii fi Fariisaayoti yennaa mammaassa isaa dhage'ane, akka inni marroo isaanii dubbatiisatti jiru beekane.