Matthew 21:5 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
wonni raagaan raagelle, “Qachaa Xiyooniitiin, ‘Kunoo, mootiin keeti gad ifi qabee, harre'ee fi ilmayyoo harre'ee irra tee'ee, gara keeti dhufaara’ jedha'aan” ka jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan dira Sionitini jettu: Hayyuuni kanke siti d'ufu jira, inni nama laana, harre yaabata, inni bukhura harre yaabata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Dira Xiyoonitiin, hayyuun kee sitti dhufuu jira, innii nama laanaa, harree yaabata, innii bukura harree irra taa'ee si dhufa jedhan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Intala Xiyooniitiin, ‹Kunoo, mootiin kee gad uf qabee, harre'ee fi ilmoo harre'ee irra taa'ee, gara kee dhufa'aara› jedha'aan» ka jedhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Magaalaa Xiyoonii ta jedhamttu Yerusaalemiif, ‹kunoo, nugufnni kee gara laafessa ta'ee, harre'ee fi ilimmayyoo yaabbatee gara kee ni dhufa!› jedha'aatii itti himaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
wonni raagaan raagelle, «Qachaa Xiyooniitiin, ‹Kunoo, mootiin keeti gad ifi qabee, harre'ee fi ilmayyoo harre'ee irra tee'ee, gara keeti dhufaara› jedha'aan» ka jedhu.