Matthew 21:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti dhaqanee akkuma Yesuus isaan ajaje godhane;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari suni deeme waan Yesoni jed'eeni tolche,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii sun deemee waan Yesus jedheen tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni dhaqanii akkuma Yesuus isaan ajaje godhan;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni dhaqanii akkuma Yesuus isaan ajaje godhan;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee dhaqanii akkuma Yesus isaan ajaje ni raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti dhaqanee akkuma Yesuus isaan ajaje godhane;