Matthew 21:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin guddoon woyaa ifii karaa irratti atte; worri dhibiille dameelee baalaa muka irraa caccassanee karaa irratti firfisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini guddooni woya ufi kara keesa afte, nami gari dame mukhaa ch'ire lafa afe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin guddoon wayaa ufii karaa keessatti aftee, namii garii ammoo damee mukaa ciree karaa irra harcaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin guddaan uffata ufii karaa irratti afan; kuuwwanillee baala mukaa cira'aa karaa irratti afa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin guddaan uffata ufii karaa irratti afan; kuuwwanillee baala mukaa cira'aa karaa irratti afa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata keessaa baayi'eewwan uffata isaanii karaa irratti ni afan, kuunniin ammoo baala mukaa mura'aa karaa irratti ni afan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin guddoon woyaa ifii karaa irratti atte; worri dhibiille dameelee baalaa muka irraa caccassanee karaa irratti firfirsane.