Matthew 22:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajiltooti sun gara karaa gugurda'aa bayanee nama dhaggane mara bada'aa fi dansaalle guurane; maarre manni jila fuudhaa fi heerumaa sun keessummootaan guutame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tisseleeni kara gula yaate nama agarte ch'ufa dansaafi hamale yaamte, nami mana fuud'aa guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hojjatootiilleen karaa gula yaatee nama garte cufa dansaa fi hamaallee yaamtee, namii mana fuudhaa guute.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoonni isaa sunniin gara kara'aa bayanii nama argan maraa worra hama'aa fi mishaallee wolitti qaban; namni mana cidhaa ol guute.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjattoonni isaa sunniin gara kara'aa bayanii nama argan maraa worra hama'aa fi mishaallee wolitti qaban. Namnillee mana cidhaa ol guute.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajajilttoonni'llee gara kara'aa deemanii nama argatan mara hamaaleyyi'ii fi mishaawwaniif'llee wolitti ni qaban, kanaaf galmma cidhaa afeeramittootaan ni guuttame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti sun gara karaa gugurda'aa bayanee nama dhaggane mara bada'aa fi dansaalle guurane; maarre manni jila fuudhaa fi heerumaa sun keessummootaan guutame.