Matthew 22:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Mootichi keessumoota ilaaliisaaf yennaa ol seene ammoo, nama woyaa jila fuudhaa fi heerumaa hin uffatin tokko dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni mana fuud'aa olseene keessuma ilaale; nama toko ka woya fuud'a ufira inqamne arge,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Hayyuun mana fuudhaa olseenee keessumma laalee jennaan, nama tokko ka wayaa fuudhaa ufirraa hinqamne argee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootichi namoota taa'an laalu'uuf hennaa seene ammo nama uffata cidhaa hin uffanne tokko achitti arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Mootichi namoota taa'an laalu'uuf hennaa seene ammoo, nama uffata cidhaa hin uffanne tokko achitti arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Nugusichi garuu afeeramittoota laalu'uuf gara galmma yeroo aseenetti, uffata cidhaa ka hin uffatin nama tokko achitti ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootichi keessumoota ilaaliisaaf yennaa ol seene ammoo, nama woyaa jila fuudhaa fi heerumaa hin uffatin tokko dhagge.