Matthew 22:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba mootichi worra achi keessa ergamuun, ‘Harkaa fi miila isaa hidha'aatii, dukkana alaatitti gata'a. Achitti ilkaan qariisaa fi booyiis hin te'a’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni waan tisseleeni jed'e, Harkafi miila wolti hid'a, alati baasa, ha achiti bohe ilkaani qaru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyuun hojjatootaan, ‘Harkaa fi miila walti hidhaa, alaatti darbadhaa! Ha achitti boo'ee ilkaan qaruutii’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin sun hennaa san tajaajiltoota ufiitiin, ‹Harkaa fi luka isaa hidha'aatii gara dukkanaatitti gad baasaa'a. Achi booyu'uu fi ilkaan qaru'utu jiraa› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootiin sun hennaa san tajaajiltoota ufiitiin, ‹Harkaa fi luka isaa hidha'aatii gara dukkanaatitti gad baasaa'a. Achi booyu'uu fi ilkaan qaru'utu jira› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nugusichi'llee tajaajilttoota isaatiin, ‹harkaa fi miila isaa hidha'aatii baasa'aa gara dukkana alaa titti gata'aanii, achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a› jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi worra achi keessa ergamuun, ‹Harkaa fi miila isaa hidha'aatii, dukkana alaatitti gata'a. Achitti ilkaan qariisaa fi bowiis hin te'a› jedhe.