Matthew 22:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri waamame heddu'u, worri filame ammoo diqqa'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami yaamani heddu, ammo ka fohatani diqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif, Namii yaaman hedduu, ka foohatan ammoo diqqaa” jedhee dubbii taan fixe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waamaman heddu; worri filataman ammo hago'o» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri waamaman heddu, worri filataman ammo hago'o» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus, «Kanaaf ka waamaman baayi'eewwan, worri filataman garuu muraasota» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waamame heddu'u, worri filame ammoo diqqa'a» jedhe.