Matthew 22:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maan sitti fakkaata? Mootii moototaa biyya Rooma'aatiif gibira kaffaluun seera moo seeraa moti? Nutti himi ree!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me, herega kanke nuti himi. Aki gibira hayyu Rumiti baasani fullaa mo fullaaniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Me, herrega kee nutti him; akkii gibira hayyuu Roomaatii baasan aadaa moo aadaanti?” jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa maal sitti fakkaata? Mootii Qeesaariitiif gibira kaffaluun seera moo seeraa miti? mee nutti himi!» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Maal sitti fakkaata? Mootii Qeesaariitiif gibira kaffaluun seera moo seeraa miti? mee nutti himi!» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Jedhi mee nutti himi, maal sitti fakkaata? Nugusa Rooma'aatiif gibira kafaluun, seera qabeessaa moo yookiin miti?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maan sitti fakkaata? Mootii moototaa biyya Rooma'aatiif gibira kaffaluun seera moo seeraa moti? Nutti himi ree!» jedhaneen.