Matthew 22:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, hammeenna isaanii beekee, “Isin kijiboolle'e! Maaf haga na ilaaltan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ch'ubbu worra beennaani waan jed'e, Isani kiyyibdoole! Maanifu afaani na fuud'u feetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus cubbuu warraa beennaan, “Isan kiyibdoollee! maaniif afaan na fuudhu feetan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo hammeenna isaanii beekee, «Isin fakkeessitoota maaf haga kiyya na laaltan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, hammeenna isaanii beekee, «Isin fakkeessitoota maaf haga kiyya na laaltan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu hameenna isaanii beekee, «Isin fakkeesitoota nana! Waayee maali'iitiif ana qormaattan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, hammeenna isaanii beekee, «Isin kijiboole'e! Maaf haga na ilaaltan?