Matthew 22:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni, “Fakki'ii fi maqaan kun ka eennuu ti?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani inni waan jed'e, Matafi maqa eennu irati t'aafani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jennaan innii, “Mat. aa fi maqaa eennuu irratti barreessan?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Fakiinii fi maqaan kun ka eennuuti?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Fakiinii fi maqaan kun ka eennuu ti?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Qarshii kana irratti biftti bocamee fi maqaan barreeffame ka eennuuti!» jechu'uun, isaan ni gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni, «Fakki'ii fi maqaan kun ka eennuu ti?» jedhee isaan gaafate.