Matthew 22:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma obboleeyyan torba tokkotti odduu teenna jiraayyu; angafichi fuudhee, ijoollee adoo hin uumatin irraa du'e; tanaaf obboleessi isaa haadha hiyyeessaa san dhaale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba oboleyaani torbaati ta woliini teetu jira, angafi dubra fuud'e ilme male due, Niiti taani oboleesi lameeso d'aale,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba obbooleeyyan torbaatti ta waliin teettu jira, angaftichii dubra fuudhee ilmee malee du'e. Niitii taan obbooleessii lammeessoo dhaalee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan haadhaa torbatu nu woliin ture. Ka hangafaa haadha manaa fuudhee uduu hin uumanne du'e; ka lammeesso'oollee isii dhaalee uduu hin uumanne du'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmaan haadhaa torbaa takkatu nu woliin ture. Ka hangafaa haadha manaa fuudhee uduu hin uumanne du'e, ka lammaffa'aallee isii dhaalee, uduu hin uumanne du'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleeyyan torbbatu nu bira ni jiran turan, hangafnni isaan maraa haadha worraa isaa fuudhee finna uduu hin uumatin ni du'e, kanaaf obboleessi isaa maandhaan haadha worraa ka du'ee ni fuudhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma obboleeyyan torba tokkotti odduu teenna jiraayyu; angafichi fuudhee, ijoollee adoo hin uumatin irraa du'e; tanaaf obboleessi isaa haadha hiyyeessaa san dhaale.