Matthew 22:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gaafa worri du'ane ka'anu, marti isaaniituu waan isii fuudhaneeranuuf, isaan torba keessaa isiin kamiif niitii teeti?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa worra due kaasani isiini niiti eennu taati? Worri torbaanu yayu isii fuud'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba warrii torbaanuu ya isii fuudhee, gaafa warra du'e kaassan niitiin tunin ta eennuu taati?” jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaan martinuu isii fuudhaniiraniif gaafa du'aa ka'iinsaa torban keessaa kamiif haadha manaa taati?»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaan martinuu isii fuudhaniiraniif gaafa du'aa ka'iinsaa torban keessaa kamiif haadha manaa taati?»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, torbanuu waan isii fuudhaniif yeroo worri du'an du'aa ka'antti, isiin kamiif haadha worraa taati?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa worri du'ane ka'anu, marti isaaniituu waan isii fuudhaneeranuuf, isaan torba keessaa isiin kamiif niitii teeti?» jedhanee isa gaafatane.