Matthew 22:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Barreeffama Woyyichaa fi hunna Waaqaa waan hin beenneef, isin hin dokonkortan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isani guddo wollaaltani, maro isani T'aafifi jabeenna Waaqa imbeenneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo warraa deebisee, “Isan marroo barreessii fi jabeenna Waaqaa hinbeenneef, guddoo wallaaltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Kitaabotaa fi hunna Rabbii waan hin beenneef isin hin dogoggortan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Kitaabotaa fi hunna Rabbii waan hin beenneef, isin hin dogoggortan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isin Kitaabban Qulqullu'uu fi huminna Waaqaa beekuu dhabuu keessaniin, ni dogoggorttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Barreeffama Woyyichaa fi hunna Waaqaa waan hin beenneef, isin hin dokonkortan.