Matthew 22:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gara jila fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himiisaaf, Mootichi tajaajiltoota ifii erge; isaan ammoo hin dhunne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tissele keessuma yaamtu erge, ammo keessumaani d'ufu didde fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii hojjatoota keessummaa yaamtu ergee, ammoo keessummaan dhufu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf, mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nugufnni'llee namoonni waamaman gara areerrii cidhaa akka dhufan yaadachiisu'uuf, tajaajilttoota isaa gara isaanii ni erge, namoonni garuu gara cidhaa dhufu'uuf hin barbaanne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gara jila fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himiisaaf, Mootichi tajaajiltoota ifii erge; isaan ammoo hin dhunne.