Matthew 22:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa worri du'ane ka'anu, isaan ol-gubba'atti akka ergantoota Waaqa te'an malee, hin fuudhanu, hin heerumanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri due, yo kaasani, aka malaika Waaqa jira, d'iirafi nad'eeni wolimfuud'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii du'e, yo kaassan, akka ergamtoota Waaqaa jira, dhiiraa fi nadheen wal hinfuudhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'aa ka'u'uun maayessa akka Maleekkota Rabbii ta'an malee hin fuudhan; hin heeruman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'aa ka'u'uun maayessa akka Maleekkota Rabbii ta'an malee, hin fuudhan hin heeruman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo worri du'an ka'antti'llee namoonni akka maleyikkoota samii jiranii ta'an malee hin fuudhan, wolitti'llee hin fuusisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa worri du'ane ka'anu, isaan ol-gubba'atti akka ergantoota Waaqaa te'an malee, hin fuudhanu, hin heerumanu.