Matthew 22:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin yennaa tana dhageette, barsiisa isaa baaseffatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini waan kana d'ageennaani guddo waan barsiisa isaa mamte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin waan kana dhageennaan waan barsiisa isaa guddoo mamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiinillee barumsa isaa kana dhagayanii maalalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiinillee barumsa isaa kana dhagayanii maalalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee kana yeroo dhagayanitti, barsiisa isaatiin ni maalaliffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin yennaa tana dhageette, barsiisa isaa baaseffatte.