Matthew 22:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus worra Saduqootaa akka cadhisiise yennaa dhage'ane, worri Fariisaayotaa wolitti dacha'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni aka Yesoni Sadukayo ch'allisiise d'ageennaani wolti d'ufte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisootii akka Yesus Saduqootaa callisiise dhageennaan walti dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni akka inni Saduuqoota cadhisiise hennaa dhagayan wol gayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisonni akka inni Saduuqota cadhisiise hennaa dhagayan wolgayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Saduuqoota deebii dhabsiisee akka caldhisiise yeroo dhagayanitti, Farisoonni bakka tokkotti wol ni gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus worra Saduqootaa akka cadhisiise yennaa dhage'ane, worri Fariisaayotaa wolitti dacha'ane.