Matthew 22:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaalle'ee, barsiisaan Seeraa tokko, Yesuus haga ilaaliisaaf,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani qaallichi Seera toko aka isa ilaalatu wo isa gaafate waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qaallichii seera beeku tokko isa laalachuuf wa isa gaafatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa namichi Seera Muuse'ee beeku tokko, isa qoratu'uuf jedhee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa, namichi Seera Muuse'ee beeku tokko, isa qoratu'uuf jedhee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa'llee tokko barsiisaan seera, Yesusiin qormaatu'uuniif barbaadee, akkana jechu'uun ni gaafateen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaalle'ee, barsiisaan Seeraa tokko, Yesuus haga ilaaliisaaf,