Matthew 22:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Barsiisa'a, Seera keessaa ajaji guddichi kam?” jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri Seera ch'ufa ira jaba kami kana?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Seerii seera cufa irra jabaa kamii kana?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Barsiisaa'a! Seera keessaa ajanyi guddaan kam?» jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Barsiisaa'a, Seera keessaa ajanyi guddaan kam?» jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa barsiisaa! Seeraa keessaa ajajinni maraa caalu, kami?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Barsiisa'a, Seera keessaa ajaji guddichi kam?» jedhee isa gaafate.