Matthew 22:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ajaji guddichi duraa isaa kana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri ch'ufa ira jaba ka qara kana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seerii cufa irra jabaa ka qaraa kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajanyi guddaan duraa kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajanyi guddaan duraa kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka maraa caaluu fi ajajinni jalqabaa kana,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaji guddichi duraa isaa kana.