Matthew 22:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Lammeessoolle isuma fakkaata: ‘Ollaa keeti akka mataa keetii jaalladhu’.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka lameesotiini wolfakaata: Nama ch'ufa aka ufi jaalatu jaalad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ka lameessootiin walfakaata, ‘Akkuma ufi jaalattu nama jaaladhu’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lammeessoonillee kanuma fakkaata: ‹Obboleessa kee akka lubbuu teetiititti jaaladhu› ka jedhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lammaffaanillee kanuma fakkaata: ‹Obboleessa kee akka lubbuu teetiititti jaaladhu› ka jedhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana'llee ka fakkaatu ajajinni lammaffaa, ‹ollaa kee akka mataa keetii taasisiitii jaaladhu› ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lammeessoolle isuma fakkaata: ‹Ollaa keeti akka mataa keetii jaaladhu›.