Matthew 22:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Attamiin Daawwiti hunna Ayyaana Woyyichaatiin sooreffamee ‘Goottaa’ jedhaa isa waamaa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Daudini, Lubbu Waaqa gula, maafi Aabbo isaani jed'e re? Wonti akanatiifi Daudini waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee, “Akkamiin ree daawit, hafuura Waaqaatiin, ‘Aabboo’ jedhee isan yaame?”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Attamiin Daawiti hunna Ayyaana Woyyu'uutiin masakkamee ‹Gooftaa'a› jedha'aa isa waama, ‹Rabbi Gooftaa kiyyaan, haga ani diintota kee luka kee jala sii galchutti, Mirga kiyya taa'i› jedheen yoo jedhu Ayyaanaan Gooftaa jedhee isa waama'aaraa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Attamiin Daawiti hunna Ayyaana Woyyu'uutiin masakkamee ‹Gooftaa'a› jedha'aa isa waama, ‹Rabbi Gooftaa kiyyaan, haga ani diinota kee luka kee jala sii galchutti, Mirga kiyya taa'i› jedheen yoo jedhu Ayyaanaan Gooftaa jedhee isa waama'aaraa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Eegaa, Daawiiti Hafuura Waaqaatiin eemaramee yeroo dubbatetti, attamitti ‹Gooftaa› jedhee waameen?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Attamiin Daawiti hunna Ayyaana Woyyichaatiin sooreffamee ‹Goottaa› jedhaa isa waamaa,