Matthew 22:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti yoo, ‘Gottaa’ jedhee isa waame, Masihiin attamiin ilma isaa te'uu dande'a?” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Daudini Aabbo isaani jed'e, Kristoni akami ilma Daudi taha re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo Daawit, ‘Aabboo’ isan jedhe, Kiristoon akkam ilma Daawit ta'a ree?” jedhee isaan gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Daawiti Gooftaa jedhee isa waame, attamitti Inni ilma isaa ta'a ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo Daawiti Gooftaa jedhee isa waame, attamitti Inni ilma isaa ta'a ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegasuu Daawiiti mataan isaatuu, ‹Gooftaa› jedhee yoo waameen, eegaa Masihichi attamitti, ilma ta'uuf dandda'aa ree?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti yoo, ‹Goottaa› jedhee isa waame, Masiihiin attamiin ilma isaa te'uu dande'a?» isaaniin jedhe.