Matthew 22:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri waamame ammoo tuffatee, tokko gara fichaa ifii, kuun gara daldala ifii deeme;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo keessumaani ch'ufti jalaa didde; toko oobru ufi d'aqe, tokoleeni daldala ufi d'aqe;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Keessummaan cuftii ammoo dhufuu didde; tokko oobruu ufii dhaqe, tokkoolleen daldala ufii dhaqe;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waamaman sun ammo lash jedhanii tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri waamaman sun ammoo lash jedhanii, tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu dhimmicha tuffatanii gara hujii isaanii tokko gara qonna isaa, kun'llee gara daldala isaa ni deeme,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waamame ammoo tuffatee, tokko gara fichaa ifii, kuun gara daldala ifii deeme;