Matthew 22:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
worri kuun tajaajiltoota isaa qabee, akka malee tolchee, ijjeesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta gari tissele guurte d'aante fitt'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ta garii hojjatoota guurte dhaantee fixxe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri hafan ammo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri hafan ammoo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
worri hafan ammoo tajaajilttoota qabanii salphisu'uun dhaananii isaan ni ajjeesan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worri kuun tajaajiltoota isaa qabee, akka malee tolchee, ijjeese.