Matthew 22:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mootichi guddoo aaree, loltoota ifii ergee, worra tajaajiltoota isaa ijjeese san balleessee, qachaa isaaniille gube.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni guddo dalane, askarti ufi erge, worra nama ijeese suni ch'ufa fit'e dira worrale gube.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyuun guddoo dallanee, warra waraanaa ka ufii ergee, warra nama ijjeesee sun cufa fixee dira warraalle gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin lolee loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootiinillee lolee, loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yeroo kanatti nugusichi dallaneet lolttoota isaa ergee worra ajjeesan sanniin ni ajjeesise, magaalaa isaanii'llee ibiddaan akka guban ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi guddoo aaree, loltoota ifii ergee, worra tajaajiltoota isaa ijjeese san balleessee, qachaa isaaniille gube.