Matthew 22:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf gara woldeennaa karaa gugurda'aa dhaqa'aatii, namuma dhaggitane mara gara jila fuudhaa fi heeruma tanaa waama'a!’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara dira gula yaa, namuma gartani yaama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
karaa diraa gula yaa'aa, namuma gartan yaamaa’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu gara karaa qaxxaammuraa dhaqa'aatii, nama argitan maraa gara cidhaa waamaa'a› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu gara karaa qaxxaamuraa dhaqa'aatii, nama argitan maraa gara cidhaa waama'a› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gara karaa maraa deema'aatii nama argattan mara, gara afeerrii cidhichaa Waamaa.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf gara woldeennaa karaa gugurda'aa dhaqa'aatii, namuma dhaggitane mara gara jila fuudhaa fi heeruma tanaa waama'a!› jedhe.