Matthew 23:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus gumi'ii fi barattoota ifiititti dubbatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni gumifi jara ufitiini hasae waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus gumii fi jara ufiitti haasa'ee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus gumi'ii fi darasoota ufiitiin akkana jedhe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus Gumi'ii fi darasoota ufiitiin akkana jedhe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus ummataa fi barattoota isaa titti'llee akkana jechu'uun ni dubbate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus gumi'ii fi barattoota ifiititti dubbatee,