Matthew 23:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisota Seeraatii fi Fariisaayota kijiboolle'e! Isiniif aanne'e! Isin mana haadhotii hiyyeessaa sossiisaaf jettanee itti aalatiisaaf dheeressitanee daadimattan; tanaaf yakkaa guddo'otti isinitti murama.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani, isani jara Seera beekhufi Farisayo! Kiyyibdoole! Isani nad'eeni d'iirsi iraa due dabsitani, waan worra hattani, kad'acha teesani kiyyibafi d'eersetani. Maro waan kanatifi nama ch'ufa ira gaargaltani.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargalii keessan, isanii seera beekuu fi Farisota Kiyibdoolee! Isan nadheen dhiirsii irraa du'e dabsitanii, waan warraa hattanii, kadhachaa teessan kiyibaaf dheeresitan. Mar. roo waan kanattiif nama cufa irra gaargaltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin fakkeessitoota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisota Rabbiin kadhatuu dheeressu'uun sababdanii mana haadha hiyyeeyyi'ii irraa waan nyaattaniif isinii aanne'e! Kanaafuu murtii guddaa argattan.]
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin fakkeessitota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisoota faatee dheeressu'uun sababdanii mana haadha hiyyeeyyi'ii irraa waan nyaattaniif isinii aanne'e! Kanaafuu murtii guddaa argattan.]
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Fakkeessu'uuf kadhannaa dhiyeessitan dheera'aan sababata'aa, dubarttoota abbootiin worraa isaanii irraa du'an qabeenna isaan ittiin bulan ka jalaa fixxan isin fakkeessitoonni barsiisonni seeraatii fi worra Farisootaa, isinii uunsha'a! Kanaaf isin murtiin caalu isin irra ni gaya.]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisota Seeraatii fi Fariisaayota kijiboole'e! Isiniif aanne'e! Isin mana haadhotii hiyyeessaa sossiisaaf jettanee itti aalatiisaaf dheeressitanee daadimattan; tanaaf yakkaa guddo'otti isinitti murama.]