Matthew 23:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ballaa attamiiti! Kennansa moo addee ciinca'aa ta kennansa woyyoonsitutti caala?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani guddo balla! Sorio mo waan sorio irati qalani ka sorio qulqulleesuti ira jaba?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan akkam ballaa! sooriyoo moo waan sooriyoo irratti qalan ka sooriyoo qulqulleessutti irra jabduu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin jaamaa attamiiti! kennaa mo'o mi'a kennaa woyyoomsutu caala?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ballaa attamii ti! kennaa mo'o mi'a kennaa woyyoomsutu caalaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin jaamota nana! Kenna'aa fi furdda kennaa qulqullaayomssu irra, kamittu caala?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ballaa attamiiti! Kennansa moo addee ciinca'aa ta kennansa woyyoonsitutti caala?