Matthew 23:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
nami Galma Waaqaatiin kakatulle, Galma Waaqaatii fi Waaqa achi keessa jiruun kakata;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akasuma yo nami Mana Waaqatiini kakhate, isaafi Waaqa achi tauleeni kakhata;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akkasuma namii yo mana Waaqaatiin kakate, isaa fi Waaqaa achi jiraatuulleen kakate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mana woyyu'uun kakatu isaa fi ka isa irra jiruun kakata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mana woyyu'uun kakatu isaa fi ka isa irra jiruun kakata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Waaqeffanna'aatiin'llee ka kakatu, Mana Waaqeffanna'aatii fi waan Mana Waaqeffanna'aa keessa jiraatu maraan kakata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami Galma Waaqaatiin kakatulle, Galma Waaqaatii fi Waaqa achi keessa jiruun kakata;