Matthew 23:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin sooreyyii balloota! Isin bookee waan untanu keessaa dhimbiiddanee baachan, gaala ammoo hin liqinsitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balloota, nama dura yaatu! Tiite aanani keesaa fud'attani, ammo gaala liqimsitani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Balloota nama dura yaatu! Tiittee aanaan keessaa fudhattaniitti, gaala ammoo liqimsitan!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin bulchoota jaamtota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, waan akka gaalaa ammo hin liqimsitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin bulchoota balloota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, gaala ammo hin liqimsitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin dursitoota jaamota nana! Waan dhugiddan mara irraayyuu waan akka booke'ee shiikkoo ta'e dhinbiibiddanii ni gattan, waan akka gaalaa gudda'aa ta'e, garuu ni liqimsitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin sooreyyii balloota! Isin bookee waan untanu keessaa dhimbiiddanee baachan, gaala ammoo hin liqinsitan.