Matthew 23:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayicha balla'a! Dursiitii muduunuu keessa qulqulleessi, yennaa san duddi gubbaalle qulqulluu te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayo balloota! Waan mudunu keesa jira d'iqi, duuba alileeni inqulqullaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisaniicha ballaa! Waan muduunu keessa jiraa dhiqii, duuba aliilleen inqulqulla'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Fariisicha ijaan hin argine! gubbaan isaa akka bareedu, dura dursiitii keessa qori'iitii fi sabaree qoraasi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati Fariisicha ballaa'a! gubbaan isaa akka bareedu, dura dursiitii keessa qori'iitii fi sabaree qoraasi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ati Farsicha jaamaa nana! Durssiitii qubbaayyaa fi qorii gara keessaatiin qulqulleessi! Yeroo sanitti gara duubaatiin'llee qulqulluu ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayicha balla'a! Dursiitii muduunuu keessa qulqulleessi, yennaa san duddi gubbaalle qulqulluu te'a.