Matthew 23:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Barsiisota Seeraatii fi Fariisayota kijiboole'e! Isin gubba'aan dansa'a, keessaan ammoo akka irreensa biyyee adi'iin hallamee, lafeelee nama du'eetii fi waan battii maraan guutamee ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani, jara Seera beekhufi Farisayo! Kiyyibdoole! Isani aka awaala gubbaa adeesani jirtani, ka alaani guddo mid'aagu, ammo keesi lafefi waan shame qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargalii keessan, jara seera beekuu fi Fariisota kiyyibdoolee! Isan akka awwaala nooraa dibanii adeesanii alaan guddoo midhaaguu, ka ammoo keessii isaa lafee fi waan shame qabuu jirtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! gubbaan keessan bareedee mudhata; keessi keessan ammo awwaala noora'aan dibame; lafee worra du'eetii fi waan battii maraan guuttame waan fakkaatuuf isin aanne'e!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! gubbaan keessan bareedee mudhata, keessi keessan ammo awwaala noora'aan dibame, lafee worra du'eetii fi waan battii maraan guuttame waan fakkaatuuf isin aanne'e!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin fakkeessitoota nana, barsiisonni seeratii fi Farisoonni! Isinii uunsha'a! Keessa isaanii titti lafee namoota du'aniitii fi waan battii maraan ka guuttaman, duuba isaaniitiin garuu noora'aan laanbubaman awwaalota ni bareedan fakkaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Barsiisota Seeraatii fi Fariisaayota kijiboole'e! Isin gubba'aan dansa'a, keessaan ammoo akka irreensa biyyee adi'iin hallamee, lafeelee nama du'eetii fi waan battii maraan guutamee ti.