Matthew 23:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Barsiisota Seeraatii fi Fariisaayota kijiboole'e! Isiniif aanne'e! Isin irreensa raagotaa ijaartan; soodduu balchootaalle hin seechan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani, jara Seera beekhufi Farisayo! Kiyyibdoole! Awaala mimid'aaga raagaa tolchitani, waan worra d'ugatiini qaabatani gubbaa jaartani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Gaargalii keessan, jara seera beekuu fi Fariisota kiyyibdoolee! Awwaala mimidhaagaa raagaa tolchitan, waan warra dhugaatiin qaabattan gubbaa jaartan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! Waan awwaala raattotaa ijaartanii fi awwaala qajeellotaallee bareechiftaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! Waan awwaala raattotaa ijaartanii fi awwaala qajeellotaallee bareechiftaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin fakkeessitoota barsiisonni seeratii fi Fariisoonni! Isinii uunsha'a! Awwaala nabiyyootaa ni ijaarttan, siidaa dhaga'aa ka qulqullaayotaa'llee ni bareechifttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Barsiisota Seeraatii fi Fariisaayota kijiboole'e! Isiniif aanne'e! Isin irreensa raagotaa ijaartan; soodduu balchootaalle hin seettan.